Ashama Baga Nagahaan Dhuftan

Kunii Websayitii Ofiseelalawa Abukaatoo Fi Gorsaa Seeraa Hasen Muhamedhusen yommuu ta’u Websayitii kenya kana irraa Heeraafii Seerota biyya kenyaafi idil adunyaa ni argattuu bekkumsa seeraa ni horattuu gaafii seeraa ykn tajaajila seeraa yoo barbaaddanis kallattidhaan dhabbata kenya irraa argachuu ni dandessuu

Waa'ee Kenya

Tajaajila Seeraa akka biyyattii Sadrakaa Tokkoffaa ta'ee argachuuf

Dhaabbata Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa Hasen Muhamedhusen

Dhabannii Abukatoo fii gorsaa seeraa Hasen Muhamedhusen Hassan dhabbata seera akka biyyattiis ta’e akka nannoo oromiyattii sadarkaa tokkoffaa irraa kan jiruu yommuu ta’u agarsiftuun kanaas dhabbannii kenya galmelee yokin keesii mana murtittii qabuu hundumaa 100% injifachuu (100% wining rate) kan qabu fii haala adda ta’een dhabbanni kenya marsaritii yokin websayitii ofiselawaa qabachudhaanifii ittii fayyadama teknolojitin sadarkaa ol anaa irrattii gahuu kan danda’ee ta’u isaatini.

Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen

Wa'ee Dhabbata Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen

Dhabbata Tajaajila Seeraa Kennudhaan Sadarkaa Ol'aana Irra Gahee

Dhabannii Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen Akkaa biyyaatti Dhabbata seeraa sadarkaa ol’anaa irra gahee dha

Tajaajjillii Seeraa dhabbata kenyaan kennamuu expartoota seeraatin kan kennamuu waan ta’ef galmeelee yokin kesiilee mana murtittii qabnuu hunduma sadarkaa jedhamuttii injifannodhaan kan xumurruu dandenye dha. gama kaaninis gadi fagenyi tajaajila dhabbata kenyaa seera daldalaa idil adunyaa irraa kaasee hanga seerota biyya kessaattii kan haguuggatuu waan ta’efis dhabbata Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen dhabbata filatama akka ta’u taasisaa

Maliif Dhaabbata Gorsaa & Abukaatoo Seeraa
Hasen Muhamedhusen Filachuu dandessuu?

Tajaajila Si'awaa fii Haqa Qabessa ta'ee argachuu waan isin dandessisuuf

Dhabbannii Gorsaa fi Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen tajaajila si'awaa ta'e kennaa gaafa jedhamuu hundeessan dhabbata kana barumsa fi tajaajila seeraa keennudhaan beekkumsaa fi

Tajaajila Gatii Madaalaawaa Qabaachuun Kenya

Dhabbannii Gorsaa fi Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen tajaajila seeraa keennuf bu'ura seeraa irrattii hundaa'udhaan tajaajila kenya gatii madalawaa ta'een keennun kenya adda nu godha

Ittii Qufinsa Maammiltoota kenyaatiif ciqamuun kenya

Maammillii kamiyyuu gara Dhaabbata Gorsaa fii Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen Yoo hufee tajaajila kenyaan gammaduu isaa fii ittii qufinsa maammiltoota kenyaatiif cinqamun kenya adda nu taatsiisuu isaatiin maammillii heeddun nu filachuu danda'era

Dhaabbannii Gorsaa Fii Abukaatoo Seeraa Hasen MuhamedhusenIjjiffannoon Bekkama

Dhaabbannii kenya Erga hundaa'ee iirraa kaasee ila hanga har'aattii galmeelee kumaatamaan lakkahaman mana murtii fii waligalteedhaan kan xumuree yommuu ta'u kunis wining rate 99.9% qabaachuu nu dandechisee jiraa

Dhabbannii Gorsaa fi Gorsaa Seeraa Dhabbattoota walin Hojjetuu kessaa Muraasnii
Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen
Daminaa E Learning
Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen
JamQuestion
Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen
Findjob25
Ethiopian Airlines
Commercial Bank Of Ethiopia

Tajaajilonnii Kenyaa

Dhaabbannii Kenya tajaajilaa Gorsaa fii Abukaatummaa Seeraa seera biyyaa Ethiopia fi Naannoo kenyaa hundarattuu ni kennaa kannin kessaa muraasnii kan armaan gaditii

Seera Maatii

Tajaajila Seeraa Seera maatii jalattii kenninuu bu’ura Seera Maatii MNO fi Motummaa Federaalaa fi bu’ura Sera Maatii Motummaa Nannoo Oromiyaa  Irrattii kan hunda’uudhaa. Maarree gama kanaan mannen murtii kamittuu dhimmaa yoo qabaattan nu wajjin Hojechun milkii fi injifannoo argadhaa

Seera Haariroo Hawaasaa

Dhimmaa Falmii haariiroo Hawasaa Mana Murtii Federaalaattis ta’ee manneen Murtii Motummaa nannoo oromiyaattii yoo qabaatan yokin gorsa seeraa kamuu yoo barbaaddan dhaabbata kenya filannoo godhadhaa ni milkoftuu jenna dhaabannii Lawyer Hasen Mh Firm

Seera Daldalaa

Isin daldalaa biyya keessaa yoo taatan yokin daldalaa idil adunya yoo taatan dhabbata kenya walin hojechun akkaan isin barbaachisa kan jennuuf dhaabbannii kenya expartoota dhimma seera daldalaa irrattii jiranin kan guttamee eaan ta’eefii. Maarree gama kanaan dhaabbata Lawyer Hasen Mh Firmittii as goraa

Seera Waligaltee

Dhimmaa Falmii haariiroo Hawasaa Sababa Waligaltee irraa madduu yoo qabaattaniifii Mana Murtii Federaalaattis ta’ee manneen Murtii Motummaa nannoo oromiyaattii yoo qabaatan yokin gorsa seeraa kamuu yoo barbaaddan dhaabbata kenya filannoo godhadhaa ni milkoftuu jenna dhaabannii Lawyer Hasen Mh Firm

Ittii gaafatamummaa Waligaltee alaa

Falmii haariiroo Hawasaa Dhimmaa ittii gaafatamummaa waligaltee alaa maddun  Mana Murtii Federaalaattis ta’ee manneen Murtii Motummaa nannoo oromiyaattii yoo qabaatan yokin gorsa seeraa kamuu yoo barbaaddan dhaabbata kenya filannoo godhadhaa ni milkoftuu jenna dhaabannii Lawyer Hasen Mh Firm

Seera Yakkaa

Yakkaan shakkamtanii yoo dhimmii kessan mana murtittii ilaalamuu jalqabee yokin ammoo dhimmii keessa jalqaba qorannaa irra yoo jiraatee dhabbata Abukaatoofii Goorsaa Seeraa Hasen Mh oso hin daawwatin abukatoo hin filatinaa kan jennuuf maamiltoota dhibba tokkoo ol ta’anif dhaabannii kenya tajaajila seeraa keennun injifachuu waan danda’aniif.

Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen

Abukaatoo Hasen Muhamedhusen

Dhaabannii Gorsaa fi Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen kan hundaa'ee kabajamoo obboo Hasen Mh yommuu ta'u sadarkaa barumsa isaanii ammoo digri seeraa LLB fi Digrii Mastersii barumsa seera daldala idil adunyaatin LL.M kan ebbifamanifii dabalataanis ”

Maammiltoonnii Kenya Maal Jedhuu Laata ?

Daabannii Abukatoo fi Gorsaa Seeraa Hasen Mh dhimmaa yakka namota daddabarsuu fi gowwomsuu jedhun ani shakkamee turee mana murtii ol'aana magaalaa Shaggarittii abukaatoo dhabadhee injifannoon xumuruu kiyyafii haqni kiyya akka hin badnee naaf taasisuu kessanif galatoomaa jedha
Dhimmaa Seera daldalaa idil adunyaa irrattii meshaleen anii biyya chayinaa irraa ficghisisuu irrattii mana murtii ol'aanaa federaalaattii qabuu irrattii isin walin hojjechun milkii guddaa fii barumsa seeraa fula duraaf na fayyaduu gatii bayyee madaalawaa ta'en isin irraa argachuu kiyyaan galatomaa jedha
Dhaabbata Barumsa Online Damina E Learning Jedhu Hundessuu keessattii taajaajila seeraa irraa kaasee tajaajila akkaata online irrattii barumsii kennamuu maal akka fakkachuu qabuu isin walin hojjechuu kiyyan baruu danda'ee jiraa kanaaf galatomaa jechaa mikin Daminaa E Learning Milkii kessanis ta'uu isaa ibsa
Review Your Cart
0
Add Coupon Code
Subtotal

 
Scroll to Top