
Based on 268 reviews
The Journey of Lawyer Hasen Mh Firm

Lawyer Hasen Muhamedhusen Attorney Office was Founded by Attorney Hasen Muhamedhusen. Mr Hasen Muhamedhusen practices law for the last 10 years and in 2023 established the number 1 legal firm in Ethiopia with 99.9% wining rate. our firm has become a cornerstone of legal support in Ethiopia. With numerous offices, we ensure accessibility and dedicated service to our community.
Our mission focuses on empowering individuals through legal education and advocacy. We aim to demystify the legal process, making it approachable and understandable for everyone.
ስለ የህግ ባለሙያ ሀሰን ሙሀመድሁሴን የህግ ተቋም ጉዞ

የጠበቃ ሀሰን ሙሀመድሁሴን ጠበቃ ሀሰን ኤምህ የህግ ተቋም አቋቋመ። የኩባንያችን መስራች የህግ ዲግሪ እና በንግድ ህግ የማስተርስ ዲግሪ ካጠናቀቀ በኋላ ላለፉት 10 አመታት በኦሮሚያ ክልል ፍርድ ቤቶች የህዝብ ጠበቃ በመሆን ህግን ሲሰራ ቆይቷል። እ.ኤ.አ. በ 2023 ሚስተር ሃሰን 99.9% አሸናፊነት ያለው በኢትዮጵያ ቁጥር 1 የህግ ድርጅት የሆነውን ጠበቃ ሀሰን ሚህ የህግ ተቋም አቋቁመዋል። የህግ ድርጅታችን በኢትዮጵያ የህግ ድጋፍ የማዕዘን ድንጋይ ሆኗል። በብዙ ቢሮዎች፣ ተደራሽነትን እና ለህብረተሰባችን የተሰጠ አገልግሎት እናረጋግጣለን።
እኛን መምረጥ ለምን?
Waa’ee Imala Dhaabbata Abukaatoo Seeraa Hasen Muhamedhusen

Hundeffama Dhabbata Keenyaa
Abukaatoofii Gorsaan Seeraa Hasen Muhamedhusen Dhaabbata Seeraa Hasen Mh bara 2023 kessattii hundeessani. Hundeessaan dhaabbata keenyaa seeraan Digrii Jalqabaa Yuniversitii Bahirdar akkasumas Digrii lammataa ykn mastersii seera daldalaatiin Yuniversitii Hawasaa irraa xumuranii jiruu. waggottan 10 darbaniif manneen murtii naannoo oromiyaatti abbaa seeraa mootummaa ta’uun hojii seeraa hojjeta. Bara 2023 Obbo Hasen Dhaabbata seeraa Abukaatoo Hasen Mh kan hundeessan yoo ta’u, dhaabbata seeraa Itoophiyaa keessatti sadarkaa 1ffaa ta’ee sadarkaa mo’ataa %99.9 qaba. dhaabbati seeraa keenya Itoophiyaa keessatti deeggarsa seeraaf dhagaa bu’uuraa ta’eera. Waajjiraalee hedduu qabaachuun hawaasa keenyaaf dhaqqabummaa fi tajaajila of kennuu ni mirkaneessina.
Comprehensive Legal Solutions
Get the Legal Support You Need
Contact us today to schedule a consultation with our legal experts!
What Our Clients Say Lawyer Hasen Mh Firm
Lawyer Hasen Mh Firm guided me through a very challenging case. Their dedication made all the difference.
Dhabbata Abukaatoofii Gorsaa Seeraa Hasen Muhamedhusen Walin Dhabbannii Kenya Damina E Learning bara 2024 irraa egalee hojilee seeraa hojjechaa turree. Maarree tajaajila qubsa bekkumsaan hundaa’ee argachuu kenyaan gammachuu guddaatuu nu dhagahama.
Their understanding of the law and the personal attention I received were invaluable. Highly recommend this firm!
Our Partner





